Exodus 13:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni nu gad'iisu dinnaani AABBO Waaqi ilme hanch'afa ta horiini goroomuma d'aleefi ilmaani d'iira ta angafa ta worra Misiri fit'e. Tanaafi yabbiye hanch'afa ta goroomuma d'alatte ch'ufa sorio AABBO Waaqaa baamne, ammo ilmaani angafa ch'ufa bitanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi irree ufii jaba'aan garbummaa biyya Misirii jalaa nu baase; inni nu dhiisuu didda'aaf garaa ufii jabeeffannaan Rabbi hangafa sa'aa namaa ka biyya Misirii maraa fixe; kanaaf namaa fi horii hangafa dhalate maraa Rabbii kenna; ijoollee hangafaa maraa Rabbiif kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi biyya Gibxi'ii mataa jabaatee yennaa gad nu lakkisuu dide, Mootiin Waan maraa ammoo, waan angafa te'ee biyya Gibxi'ii keessatti dhalate, ka namaatii fi ka hori'ii mara ijjeese. Tanaaf horii keessaa angafa te'ee ka dhalate, kormaa fi korbeessa mara Mootii Waan Maraatiif ciincaa dhikeessinee, ilmaan angafoota ammoo wodanna› jedha'aa itti hima'a.