Exodus 13:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ha akheekha isanii taate, aka beesisa harkaafi adda teesani iraa mullatu; wonti akanatiifi AABBO Waaqi lafa Misiri keesaa harka isaa jabaani nu baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan irree ufii jaba'aan biyya Misirii keessaa nu baaseef harka kee irratti malkata, ija tee afo'otti akka yaadanno'oo sii haa ta'uu»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa irree jadduu ifiitiin biyya Gibxi'ii keessaa waan nu baaseef, akka beessisa harka keeti irraatii fi akka yaadannoo adda keeti irraa si'iif hin te'a jedhiin» jedhe.
Recommended Reading