Exodus 13:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni worra Israeli gadi lakimnaani Waaqi, ato karaani lafa Filisti gabaaba taatele, achi worra inqajeelchine; wonti akanatiifi Waaqi waan jed'e, Worri kuni yo nyaapi lafa Misiriti d'aqabe, hegeri garagale booju worra kad'ate Misiriti dachaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Fari'oon banii gad dhiise, hagamillee yoo lafti dhiyoo taate, karaa biyya Filisxeemootaatiin akka deeman hin goone; akka baniin hennaa duula Filisxeemootaa arge gaabbee gara biyya Misirii hin deebineef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi biyya Gibxi'ii kolbaan akka deentuuf yennaa gad lakkise, Waaqi, «Lolli yoo isaanitti ka'e kolbaan tun yaada ifii jijjiirattee, gara biyya Gibxi'ii deebiti» jedhee waan yaadeef, karaa lafa Filisxeemotaatiin isaan hin sooressine.