Exodus 13:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi worra kara marto, ka lafa aloo qajeelu, galaana Diimati qajeelche, worri ka lola kurfefate, lafa Misiri keesaa bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbi banii ufii karaa gammoojjii galaana diima'aatiin isaan deemsise baniin Israa'elii biyya Misirii keessaa hiriiraan yaa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Waaqi akka kolbaan karaa lafa goomole'ee keessa dabartee gara abbaayaa diintu'uu geessu irra martee akka ideentu godhe. Israa'elootille lolaaf qophowanee, biyya Gibxi'ii keessaa bayane.