Exodus 13:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani lafele Yusufu fuud'e deemeeni; wonti akanatiifi Yusufuuni duri guddo worra Israeliti d'aamate waan jed'e, Waaqi isani baasu d'ufa, duuba gaafa inni d'ufe lafele tiyya lafa tana keesaa fuud'a yaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef, «Rabbi isin tooyachuu hin hafu; kanaafuu lafee tiyya biyya tanaa fuutanii deemtaniin» jedhee waan kaku'uun waadaa isaan galcheef Muuseen lafee isaa fuudhee baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef, «Waaqi dhugumaan isin hin yaadata; achiin duuba isin lafee tiyya fuudha'aa asii baya'a» jedhee Israa'eloota waan kakachiiseeruuf, Muuseen lafee Yoseefii fuudhee baye.