Exodus 13:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani d'iira ta angafa ta nad'eeni gosa Israeli d'alteefi ilme hanch'afa ta horiini worraa goroomuma d'ale ch'ufa naa baasa, isiini tiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'elii nama irraa haga hori'ii ka hangafa dhalate maruu kiyya waan ta'eef naa woyyoomsi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan angafa te'ee dhalate mara naaf adda baasi. Israa'eloota keessatti ka gadaamessa saaqe, ka namaatii fi ka hori'iille kiyya te'uu ti» jedhe.