Exodus 13:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guyya aka baldo dumansaa worra dura deeme, aka worri gula yae kara iraa imbanne, halkanile aka goola ibidaa bobae ifse, worri ifse argate halkanii guyya godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka halkanii fi guyyaa deeman karaa isaanitti mudhisu'uuf guyyaa utubaa duumessaatiin, halkan utubaa ibiddaatiin Rabbi afoo isaanii deeme;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan halkanii fi guyyaa deemuu dande'anu, Mootiin Waan Maraa guyyaa utubaa duumensaatiin isaan sooressaa, halkan utubaa ibiddaatiin ifa isaaniif issaa isaaniin dura deeme.