Exodus 13:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baldooni dumansaa ta guyya worra dura deemtufi gooli ibidaa ka halkani bobae worra ifsuleeni worra duraa imbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa utubaa duumessaatiin, halkan utubaa ibiddaatiin banii afo'oo hin gorre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa utubaan duumensaa, halkan utubaan ibiddaa kolbaa duraa yennaan dhabame hin jiru.