Exodus 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan gumiini Israelitini jed'e, Guyya kana ka isani lafa Misiri boola tissooma keesaa baatani, ka AABBO Waaqi harka ufitiini lafa suni keesaa isani baase qaabad'a; qit'a bukho qabu inyaatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen bani'iin, «Guyyaa Rabbi garbummaa biyya Misiriitii isin baase yaadadhaa'a; Rabbi waan irree ufii jaba'aan isin baaseeruuf guyyaa san waan bukaaye hin nyaatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen kolba'aan, «Mootiin Waan Maraa, irree jaddu'uun achi keessaa waan isin baaseef, lafa garbumma'aa, biyya Gibxi'ii keessaa guyyaa baatane kana qaabadha'a. Guyyaa kana waan uukoo qabu hin nyaatina'a.