Exodus 13:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani isani lafa tana keesaa baatani arra, jia qara ka jia Abibu jed'ani kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin adha ji'a Abiibii keessa guyyaa kana waan baataniirtaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa adhaa, ji'a ‹Abiib› jedhamu keessa biyya Gibxi'ii keessaa bayaartan.