Exodus 13:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qit'a bukho inqamne suni guyya torba nyaad'a. Bukhofi qit'a bukho qabule isanifi lafa teesanile tokole keesati inargini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga guyyaa torbaa xoroshoo nyaattan; si biratti wonti bukaaye akka hin argamne; si biratti raacitiin hin argamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torbaan kana daabboo uukoo hin qanne nyaattan; daabboon uukoo qaddu adaala lafa teessanii keessa eessalle hin jiraatin.