Exodus 13:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni ilmaani teesani ta d'iirati hima waan jettaniini, Wonti nu waan kana tolchinufi qaabacha waan AABBO Waaqi gaafa lafa Misiri keesaa nu baase nuu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan kun guyyaa Rabbi biyya Misiriitii nu baase jettee ijoollee teetitti himta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san isin, ‹Kun yennaa nuuti biyya Gibxi'ii keessaa baane waan Mootiin Waan Maraa nu'uuf godhe› jettanee ilmaan teessanitti hintan.