Exodus 14:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Musani jed'ani, Fulla iti nu awaalaniti lafa Misiri keesa injirre mo? Atini maafi lafa aloo tanati baafte nu fit'a? Waan atini lafa Misiri keesaa baafte nu tolchite laali!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuse'een ammo, «Akka waan biyya Misiriititti huleen awwaalaa hin jirree gammoojjii keessatti haa dhumnu'uuf nu baaftee? maaf nu baafte?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Muuse'een, «Biyya Gibxi'ii keessa addeen awwaalaa waan hin jirreef goomolee keessatti akka dhumannuuf as nu fiddee? Biyyaa Gibxi'ii keessaa nu baattee wonni ati nu tolchite kun maan?