Exodus 14:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu lafa Misiri keesati, Wonti kunini intaatu, lakisi, nu worra Misiri hojanna siini injenne? Fulla lafa aloo tanati yaane hobaanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa gammoojji'ii keessatti ka rakkanne irra isaanii garboomuu nuu woyyaa nu dhiisi wonti jenneef kanaafii mii?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti biyya Gibxi'ii keessatti, ‹Goomolee keessatti du'iisaa manna, worra Gibxi'iitiif garboota teenee akka tajaajillu, nu lakkisi› ta si'iin jenne tanaafii motii?» jedhane.