Exodus 14:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'eeni, Insodaatina, jabaad'a, aka AABBO Waaqi isani baasu arra laala; wonti akanatiifi worri Misiri ka arra agartani kana deebitani haga jiru jireennale ingartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee bani'iin, «Hin sodaatinaa'a! worra biyya Misirii ka adha arga'aartan kanniin baraa haga bara baraa lamuu hin argitanii jabaadha'aa dhaabadhaa'a; akka Rabbi itti isin hambisullee dhaabadha'aa laalaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle deebisee, «Worra Gibxi'ii ka adha dhaggitanu kana deebitanee lammeessoo waan hin dhaggineef, hin sodaatina'a; jabaadha'aatii dhaabbadha'a; adha Mootiin Waan Maraa isin baasiisaaf, waan inni tolchu ilaala'a.