Exodus 14:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Maafi nati boota? Worra Israelitini, Durati yaa jed'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Maaf natti iyyita? baniin Israa'elii akka deemu isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Isin maaf gara kiyya iyyitan? Isaan gara duraa akka deemanu Israa'elootatti himi.