Exodus 14:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini garaa worra Misiri jabeese, aka worri worra Israeli gula yau; duuba anini Faraofi gumi isaatiifi askarti isaa ta gaari fardi hirkisuni yaatufi ta fardaani yaatule dabsad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garaa banii biyya Misirii hin jabeessa; isaanillee isaan faanaa bu'an; ani Fari'oonii fi loltoota Fari'oonii worra farda yaabbatanii fi konkolaataa fardaa maraa irratti ulfinna argadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gibxooti akka Israa'eloota gula seenanu ani gadhaa isaanii hin jabeessa. Ani mootichaa fi loltoota isaa mara irratti, garreettaa fardaan harkifamuu fi abbootii fardaa ta isaa irratti ulfinna hin dhaggadha.