Exodus 14:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini Faraofi askarti isaa ch'ufa dabsad'e, worri Misiri imbeekha, aka anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani biyya Misirii, Fari'ooniin, worra konkolaataa fardaa yaabbatanii fi worra faradoo yaabbatan irratti ulfinna argadhe akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani mooticha irratti, garreettaa isaa ka fardaan harkifamuu fi abbootii fardaa ta isaa irratti ulfinna dhaggadhe, worri Gibxi'ii akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan» jedhe.