Exodus 14:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba malaikaani Waaqaa, ta qara worra dura deemtu, eege worrati deebite. Baldooni dumansa taanileeni dudda duuba deebite
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii ka qara banii Israa'elii afoo deema'aa ture uf duuba deebi'e; utubaan duumessaa ka afoo isaanii deema'aa turellee gara duubaa deebi'ee dhaabate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan waaqaa ka Israa'elootaan dura deemaa ture, duubatti dabaree isaaniin duuba deeme; utubaan duumensaalle duubatti dabaree dhaabbatee,