Exodus 14:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani farda Faraotiifi gaari fardi hirkisufi jari isa ka fardaani reebuleeni ch'ufti reebu Israeliti jed'ani jiddu galaana buani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri biyya Misirii, worri faradoo Fari'oonii yaabbatan, loltoonni konkolaataa fardaa yaabbatanii fi worri farda yaabbatan maruu banii Israa'elii ari'u'uuf isaan duubaan galaana wodhakkaa seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Gibxi'iille fardoolee mootichaatiin, garreettaa isaa ka fardaan harkifamuu fi abbootii fardaa maraan isaan ari'anee, isaan gula abbaayaa odduu seenane.