Exodus 14:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganama ato lafti bolgoddu, AABBO Waaqi baldo dumansaa keesa aka ibida askarti Misiriti mullate naasise mudamsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bari'e Rabbi utubaa ibiddaatii fi utubaa duumessaa keessaan loltoota biyya Misirii laalee isaan sodaachise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa latti bariite Mootiin Waan Maraa utubaa ibiddaatii fi duumensa keessaa loltoota worra Gibxi'ii gad ilaalee, akka isaan gara itti goranu wollaalanu godhe.