Exodus 14:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka kanke galaana ira qabi, ha bisaani worra Misiritiifi gaari worraatifi farda worrale ch'ufa ira deebianiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Harka kee galaana irra diriirsi akka bisaan worra biyya Misirii, konkolaataa fardaatii fi loltoota faradoo yaabbatan irra gara galuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Bisaan worra Gibxi'ii irra, garreettaa isaanii ka fardaan harkifamuu fi abbootii fardaa ta isaanii irra akka garagaluuf, harka keeti abbaayaarra diriirsi» jedhe.