Exodus 14:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani harka isaa galaana ira qabe, lafti bariinaani bisaani galaana irre jabduuni deebiani. Worra Misiri ka jiddu baqachuu jiru AABBO Waaqi bisaani ira deebise hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Muuseen harka ufii gara galaanaa diriirse; galaannillee deebi'ee yaa'uu jalqabe; Worri biyya Misirii jalaa dheessan; Rabbi worra biyya Misirii galaana irra gara galchee achitti isaan hambise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle harka ifii abbaayaarra diriirse; abbaayaalle ganama addee ifiititti deebite. Worri Gibxi'ii isii duraa gara duubaa baqate. Mootiin Waan Maraa akka isaan abbaayaa keessatti hafanu godhe.