Exodus 14:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani deebiani, gaari fardi hirkisufi worra fardaani yaufi worra Farao ch'ufa ira deebiani, tokole bahu d'owani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan gara gale sun worra faradoo yaabbatan, worra konkolaataa fardaa yaabbatanii fi banii maraa liqimse; isaan keessaa namni tokkollee hin hafne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan sun adde'etti deebi'ee garreettaa fardaan harkifamuu fi abbootii fardaa, loltoota mootichaa mara worra Israa'eloota gula gara abbaaya'aa seenane mara liqinse; isaan keessaa nami tokkolle hin hanne.