Exodus 14:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Israeli lafa goddu ira galaana keesa jiddu bisaani goorae ejaati kaani taake.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii ammo galaana keessa lafa gogaa irra deema'aa bisaan bita'aa fi mirga isaaniititti akka girgidda'aa isaanii ta'ee ceeyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti ammoo bisaan middaa fi bitaa isaaniititti akka dalleya dhaka'aa te'ee dhaabbateeruun lafa godduu irra abbaayaa keessa qaxxaamurane.