Exodus 14:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni hegeri waan worri Israeli lafti aloo bahu d'owarte, worri gara yau wollaalu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon ijoolleen Israa'elii yootana lafa gammoojji'ii keessatti karaan itti cufamee jaanjuranii waan lafa mara'aaran itti fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Gibxi'ii, ‹Goomoleen karaa wollaalchittee, Israa'elooti joonjanee lafa keessa maran› jedhee hin herrega.