Exodus 14:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani AABBO Waaqi guyya suni worra Israeli harka worra Misiri keesaa baase. Worri Israeli reefa worra Misiri ka afaani galaana ch'iisu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafas Rabbi akka kanaan banii Israa'elii harka worra Misiriitii hambise; baniin Israa'elii reeffa banii biyya Misirii galaana qacce'etti argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Mootiin Waan Maraa Israa'eloota harka worra Gibxi'ii jalaa baase; Israa'elootille reeffa worra Gibxi'ii ka abbaayaa qarqara ciisu dhaggane.