Exodus 14:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli aka Waaqi irree guddooni worra Misiri dabsate arginaani AABBO Waaqafi Musa hojattu isaale d'ugeefate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii harka Rabbii gudda'aa ka inni biyya Misirii irratti godhe arganii Rabbiin sodaatanii garbicha Rabbii Muuse'etti amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa irree jadduu ifiitiin worra Gibxi'ii irratti waan huje yennaa dhaggane, Israa'elooti Mootii Waan Maraa sodaatanee, isaa fi Muusee tajaajilaa isaatitti addatane.