Exodus 14:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini garaa Farao jabeesa, inni duuba isani reebe, anini isaafi gumi isaale dabsad'e, akasiini worri Misiri aka anini AABBO Waaqa beekha. Jennaani worri Israeli waan Musani jed'eeni ch'ufa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garaa Fari'oonii waan jabeessuuf inni isaan hordofa; kanaafuu ani Fari'oonii fi loltoota isaa maraa irratti ulfinna argadha; yoo san worri biyya Misiriillee akka ani Rabbiin ta'e beekan» worri Israa'eliillee akkuma isaanitti himame godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mataa isaa waan jabeessuuf, inni isaan hin hordofa; ani ammoo mootichaa fi loltoota isaa mara irratti ulfinna hin dhaggadha; worri Gibxi'iille akka ani Waaqa te'e kanaan beekan» jedhe. Israa'elootille akkuma isaanitti himame godhane.