Exodus 14:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Misiri aka worri sunini baqate iti himani jennaani isaafi hojattuuni isaa herega garagalfatani waan jed'ani, Nu qara maani taane worra Israeli gad'iimne amma tissele d'amne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka baniin baqate mootii biyya Misiriititti himnaan Fari'oonii fi garboonni Fari'oonii yaada ufii jijjiiratanii «Baniin kun akka nu tajaajilu uduu gad isaan dhiisuu baannee?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan akka baqattee baate mooticha Gibxi'iititti yennaa himane, innii fi qondaaltoti isaa yaada jijjiiratanee, «Kolbaan Israa'elii nu'uuf hujiisa lakkisanee akka deemanu tolchuun keenna kun maan?» jedhane.