Exodus 15:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musafi worri Israelileeni faaru tanaani AABBO Waaqa faarsani: Anini AABBO Waaqa faarsa, waan inni aka jaba nyaapa ufii dabsateefi; inni ya fardafi worra yaabatule galaanati jisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseenii fi baniin Israa'elii akkana jedhanii faaruu Rabbiif faarfatan; Rabbi waan ulfinnaan guddaa ta'eef, farado'oo fi worra faradoo yaabbatan waan galaanatti gateef Rabbiif faarfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuse'ee fi Israa'elooti faaruu asii gad jirtu tana Mootii Waan Maraatiif faarfatanee, «Mootiin Waan Maraa abbootii fardaatii fi fardoo isaanii abbaaya'atti naqee, ulfinna waan dhaggateef, ani isaaf hin faarfadha.