Exodus 15:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sodaafi mudamsuuni worra qabati. Worri jabeenna kanke arge aka d'akha ch'allise, haga gumiini tante ch'ufti dabartuti: gosa atini tissuma keesaa baafte, ee AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Waandhana; haga baniin kee ceeyuuf baniin ati furte haga ceeyuuf; isaan naasu'uu fi soda'aan liqimfaman; jabeenna irree keetiitiin akka dhaga'aa cadhisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, kolbaa teetiif haga dabartutti kolbaan ati wodatte haga dabartutti hunna irree teetiitiin isaan akka dhaka'aa hin cadhisan; bararaqii fi naasuun isaanitti hin buuti.