Exodus 15:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farda Faraotiifi gaarifi yaabatuuni fardaa galaana duudani jennaani AABBO Waaqi bisaani galaana suni worra Farao ira deebise; ammo worri Israeli lafa goddu ira galaana taake.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Faradoon Fari'oonii worri konkolaataa fardaa oofanii fi worri faradoo yaabbatanillee faradoma ufii woliin galaanatti dhuman; Rabbi galaana isaan irra gara galche; baniin Israa'elii garuu galaana jidduu lafa gogaa irra ceeyan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fardoon, garreettaan fardaan harkifamuu fi abbootii fardaa ta mootichaa abbaayaa keessa yennaa timane, Mootiin Waan Maraa bisaan abbaaya'aa isaan irra garagalchee, Israa'elooti ammoo abbaayaa keessa lafa godduu irra ideemanee qaxxaamurane.