Exodus 15:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miriamuuni sirba kana worraa sirbite: AABBO Waaqa faarsa, waan inni nyaapa ufii dabsateefi; inni yayu fardafi yaabatu isaale galaanati jisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maariyaamillee, «Inni farado'oo fi worra faradoo yaabbatanillee galaanatti gate; ulfinnaan waan kabajjameeruuf Rabbii faarfadhaa'a» jedha'aa isaanii faarfatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miiriyamille, faarfattee, isaaniin «Inni akka malee waan saadameef, Mootii Waan Maraatiif faarfadha'a. Inni fardo'oo fi abbootii fardo'oo abbaaya'atti naqeera» jette.