Exodus 15:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani gumi Israeli galaana Diima keesaa lafa aloo ta Shuriti geese. Guyya sadi bisaani male lafa aloo keesa godaanani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen Israa'eliin galaana diimaa biraa kaasee lafa gammoojji'ii keessa guyyaa sadihii deeman; garuu bisaan woyiituu hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen kolbaa Israa'elii abbaayaa diintu'uu kaasee, gara lafa goomole'ee Shuur geesse. Isaan guyyaa sad bisaan adoo hin dhaggatin goomolee keessa deemane.