Exodus 15:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'immuuni worra fud'ate; worri aka d'akha bisaani keesa lit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galaanni xiillaan isaan fudhate; akkuma dhaga'aatitti xiillaa jala lixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan qileen isaan irra garagale; akka dhaka'aa abbaaya'atti gad lixane.