Exodus 15:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ati galaana afuufte, bisaani isaa gooraani olejani; bisaani suni qajeelani ejani; d'immuuni galaana godde d'akha taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ati aari'iin bisaanitti hafuura kee baafatte bisaan ol ka'ee akka girgidda'aatitti dhaabate; dambaliinillee galaana keessatti hin cadhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hafuura funnaan keetiitiin, bisaan tuulame. Bisaan yaa'u akka dalleya dhaka'aa dhaabbate; bisaan qile'ee abbaayaa wodhakka'atti itite.