Exodus 15:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi waan jed'e, Anini worra reebe qaqaba; anini hori worraa ch'ufa gargari qoode haga fed'u fud'ad'a; anini sheefti tiyya qalqala keesaa baase worra balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Diinni ari'ee isaan qaba; qabeenna isaaniillee hin qoodama; waan barbaadellee hin fudhadha; guraadee kiyya luqqifadhee harka kiyyaan isaan balleessa› jedhee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Diinni kooree, ‹Ani isaan hin ari'a; isaan hin qaba; booji'ee karra isaanii hin qoodama; waan fedhe mara irraa hin fudhadha. Shallaagaa kiyya hin buqqifadha; harki kiyyalle isaan hin balleessa› jedhe.