Exodus 16:12 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haalano gosa Israeli ya d'agaye. Duuba waan jettuuni, Galgale fooni nyaattani, bori diirama qit'a haga feetani nyaatani, akasiini aka anini AABBO Waaqa, Waaqa worraa, beekhani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani gungunsuu Israa'elootaa dhage'eera. Ati isaaniin ‹galgala adhaa dimimmisa foon hin nyaattan; ganama daabboo hin quuttan; achiin duuba ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan akka te'e hin beettan› jedhiin» jedhe.