Exodus 16:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli waan suni arge jennaani waan woliini jed'e, Isii, wonti kuni maani? Musani waan jed'eeni, Kunini qit'a AABBO Waaqi nyaattaa isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii haga waan kana argan «Kun maali'i?» jedha'aa wol gaafatan; Muuseen, «Kun xoroshoo Rabbi akka nyaattaniif isinii kenne» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti yennaa waan san dhaggite, maan akka te'e waan hin beenneef, «Wonni kun maan inni?» jedhanee wol gaafatane. Muuseen isaaniin, «Wonni kun akka isin nyaattanuuf, daabboo Mootiin Waan Maraa isiniif kenne.