Exodus 16:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan worraani jed'e, Nami tokoleeni waan kana diiramaani ingahiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen isaan maraanuu, «Eennullee ka guurate san irraa boruuf womaa akka hin hambifanne» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen isaaniin, «Nami tokkolle waan guurate san boruuf hin bulfatin» jedhe.