Exodus 16:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diirama ch'ufa nami ch'ufti haguma fed'e wolti guurate, ammo wonti worra ira hafe kaani aduuni baanaani bat'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namnoonni maruu waan guyya'aaf isaanii gawu ganamaan guuratan; hennaa aduun itti baate garuu isaan jalaa baqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ganama ganama nami martinuu haga nyaataaf isaanii barbaachisu guuratane; yennaa aduun o'ite wonni sun baxxe.