Exodus 16:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Sunini waan qara AABBO Waaqi, Tolfad'a jed'e. Bori guyya oolma qulqullo, ka Sabato AABBO Waaqa. Arra waan feetani d'aabad'a nyaad'a, waan iraa hafe bori olkeyad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Rabbi boru guyyaa hara baafataa; Sambata Rabbiif woyyoome waan ta'eef waan affeeltan affeeladhaa'a; ka hafe maraa boruuf kaayadhaa'a jedheera» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
innille deebisee isaaniin, «Mootiin Waan Maraa, guyyaan boruu isaaf woyyoomee guyyaa fooraa akka te'u ajajeera; tanaaf adhuma waan bilcheeffattanu bilcheeffadha'a, waan iffeelattanulle iffeeladha'a; waan hafe haga boru ganamaatitti maffadha'a» jedhe.