Exodus 16:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'e, Arra nyaad'a, wonti akanatiifi arriti guyya Sabato AABBO Waaqaati. Arra waan nyaatani suni tokole alati ingartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen, «Sambanni Rabbii adha waan ta'eef nyaadhaa'a; adha raasa'atti hin argattanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen, «Adha kanuma nyaadha'a; sababille guyyaan adhaa Sanbata guyyaa fooraa ka Mootii Waan Maraatiif woyyoome waan te'eef, waan nyaattanu kana adha tokkolle lafa irratti hin dhaggitanu.