Exodus 16:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya jaa namu guurad'a, ammo guyyaani torbeeso Sabato, guyya suni tokole inargattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa jahaaf guuradhaa'a guyyaan torbeesso'oo Sambata waan ta'eef hin argattan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa jaa waan nyaataa kana guuradha; guyyaan torbeesso'oo, guyyaa fooraa Sanbata ammoo wonni tokkolle hin jiraattu» jedhe.