Exodus 16:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jetteeni, Ato sila Waaqi lafa Misiri keesati nu hobaase, guddo ira nuu dansa! Gaafasi nu okote fooni bira teteenne qit'a quufati nyaanne. Ammo atini arti nu baafte lafa aloo tana keesati garaachaani nuu fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii, «Gumii kana maraa beelaan fixu'uuf gara lafa gammoojji'ii kanatti nu baaftan; maal uduu biyya Misiriititti teennee nyaannee quufnee harka Rabbiititti dhumannee» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, «Achi biyya Gibxi'ii keessatti okkotee foonii cinaa teennee, daabbo'oo fi foon haga feene nyaataa harka Waaqaatitti adoo dhumannee nuu woyya. Isin ammoo kolbaa duudii goomolee tana keessatti beelaan fixiisaaf as fiddane» jedhane.