Exodus 16:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'e, Seeri AABBO Waaqi jed'e kana: dadu toko safara, jabeesa olkaya, aka ilmaani teesanileeni haga jirtu sagale anini lafa alooti isani nyaachise gartu, gaafa anini lafa Misiri keesaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen, «Wonti Rabbi isiniin jedhe, hennaa biyya Misirii keessaa isin baase lafa gammoojji'ii keessatti nyaata isin nyaachise akka argan gomoorii tokko ijoollee teessanii kaayaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen, «Mootiin Waan Maraa, ‹Biyya Gibxi'ii keessaa yennaa isin baase, lafa goomole'ee keessatti mannaa isin nyaachisaa ture kana, dhalooti dhufulle akka dhagguuf, mannaa kana irraa Omeerii tokko massa'a› jedhee ajajeera» jedhe.