Exodus 16:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya jaeeso torbaani ch'ufa keesa ha waan kana maro lama guuratani galataniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa jaheesso'ootitti waan dura guurata'aa turan san dachaa lamaa haa guuratanii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa jayeesso'oo, ka qara guyyaa tokkoof guuratanu san harka lama guuratanuu ti» jedhe.