Exodus 16:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musafi Harunini waan gumi Israelitini jed'ani, Galgala kana agartani, aka nami lafa Misiri keesaa isani baase AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Muuse'ee fi Aaroon ijoollee Israa'elii maraan, «Akka Rabbi biyya Misiriitii isin baase galgala kana beettan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuse'ee fi Aaronille Israa'eloota maraan, «Biyya Gibxi'ii keessaa ka isin baase Mootii Waan Maraa akka te'e, galgala adhaa hin beettan;