Exodus 16:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bori diirama guddinna AABBO Waaqaa inagartani; wonti akanatiifi inni yayu haalano teesani d'agaye. Nu qara eenu ka isani teetani nu haalattani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka isatti gungumtan waan dhagayeeruuf, bariisaa ulfinna ufii isinitti mudhisaa wonti nutti gungumtaniif nu maali'i?» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gungunsuu isin isa irratti gunguntane waan dhage'eef, boru ganama ulfinna Mootii Waan Maraa hin dhaggitan; nuuti womaa moti; isa irratti gunguma'a malee, nu irratti hin gungumina'a» jedhane.